#194 ✍️
1. Addaatef ilkaan alanfachuu hin dhiisu.
2. Ablee qara lamaa, beekaatu itti fayyadama.
3. Bakkuma dhaqqabani kan hoqqatan.
@Mammaaka_Oromoo ✨
1. Addaatef ilkaan alanfachuu hin dhiisu.
2. Ablee qara lamaa, beekaatu itti fayyadama.
3. Bakkuma dhaqqabani kan hoqqatan.
@Mammaaka_Oromoo ✨