Gibbii Yuunivarsiitii keessatti maaltu si aarsa beektaa?
Ati xiqqooma barnoota kana taftaf jedhiiti gara Library' kanattii marmaari. Rabbin jedhiin malee Nyaatuma kaaffee irraa Ameebaan wayii qabdee guyyaa 2' si ciibsiti. Egaa yoona kana namni dhufee si gaafata mitiiree? Jarri Girrisaa maal siin jetti beektaa?
"Cinqetiitu akkas Isa godhe. Barnootatti baayyee cannaqama!"siin jetti. Mee hubadhaa Yaa jaranaa Manni yaalaa Ameebaadha jedhee qoricha siif kenne ,jarri cinqetiidha siin jetti.Cinqillaatiishee haa galabbaxu malee😁
Maal goona silaa🙄