#_Axareeraa!
Ammuma osoon Library' taa'ee dubbisaa jiruu tokko dhufee "maaloo qalamake na jijjiiri kiyya bick' tahe kanaafuu xixiqqeessee naaf hin barreessu" jedhee qalamako fudhatee deeme.
Axareeraama kana irratti Waanti naan galle ni jira. Elaamee broko axareeraa yeroo barreessituumee Qormaata irra Kun hin hafu ni dhufa jetteeti mitimoo? Akkasuma jetteeti Nan beeka. Egaa waan Qormaatarra siif dhufu qabachuu kan hin dandeenye sammuunke Kun maalumaaf si fayyada Mee natti himi. Dhuguma koon si gaafadhaam.
Yeroo dubbisan yaadannoo qabaachuun waan sirrii Fi gorfamudha. Axareeraa sammuuke caalaa amanuun garuu garbummaa hamtuudha. Waan dubbiste hin qabattuumoo haadhooko? 😁 Maal yaadaa dubbistaa qooyi?😁
Amma Mee Yaa jara keenyaa nama axareeraan Qormaata hojjetutu biyyaaf maatiif even ofiisaaf bu'aa buusa jettanii yaadduu?😔
Kanatu hojjetaa,ogessa Fi maandisa tahee bu'aa buusaa dhiiro?
Pls sammuu keessan axareeraa gaditti hin ilaaliinaa!
Yoon dagoggore dhiifama!