Koottaa Garraamiin keessan Waanan tahen isinitti hima garuu adaraa maatiitti naaf hin himiinaa jarri kabbaadiidha.
Ennaa maaltu tahe seetani boqonnaafan biyya gale. Akkuma carraa bro ko xiqqaa waliin( dhiifama bro tokko qofan qabaga😁)Osoomaa deemaa jirruu mana Puulii bira geenye. Anis silaa afaan gad Nan taa'u mitiiree "Puulii haasa'uu ni beektaa?"jedheen Isa gaafadhe. Innis " Uuuu eessattan beeka? Harkaan qabeeyyuu hin beeku!" Naan jedhe. Animmoo yeroo wayii torbee tokko deddeebi'ee istiikiitiin white ball' dhahuu bareen ture.😁
Jennaan "Beenumee dhokannee seennee tokko taphannee baana!"jedheen fudhadhee seene. Aniga hangafas barataa Yuunivarsiitiiti mitiireega😁 Puulii barsiisiisuufi.😁
"Break godhi!"naan jette bronko Kun . Break immoo akkamiin bare? Jedhee gaaffii osoo natti uumuun break godhee eegalle.
Isuma takkaa hiixatee egalu 14,10'n wali duukaa galche. Dhaabadheen ilaalee.🤔 Break sana itti dabalee natti kenne. Animmoo 15'tiinan adabame 😁
Kana booda gurbaan Kun 2ffaa irratti xumurameera naan jettee fiigaa gadi baate😁
Kana taanee osoo hin taphatiin gatii table kaffallee baanekaa!
Amma mucaa wayiitu waan akkanaa kaasee na yaadachiise. Ijoolleen ammaa waan Hunda bartee dabarteetti. Fatanaa Biraanuu qofa bartee darbuu dadhabde malee😁
Mee nagaa naaf tahaa!