Paartiin Badhaadhinaa Paartii Yeroo dhihoo as hundeeffame tahus miseensota miliyeenotaan horachuun tarsiimoo mandhaleen dabaalamee fayyadamummaa uummataa mirkaneessuun hojii seenaan yaadataa itti fufu danuu dalaguu irratti argama.
Paartichi murteewwan yaa’ii 1ffaan murteesse hedduu gara hojiitti jijjiireera. Sanaanis biyya jabduu badhaadhinni ishee milkaa’aa jiru uumuun dandaa’ameera.
Paartichi yaa’iisaa marsaa #2ffaa Amajjii 23-25/2017 geggeessuunis murteewwan jajjaboo imala Badhaadhinaa milkeessan hedduu ni dabarsa jedhameetu eegama.
# Yaa’ii Milkii!