#Iyyaafannoo Konkolaataa.
Konkolaataa 'Five L' lakkoofsi gabatee isaa 39442 kan ta'ee guyyaa gaafa 13/06/2017 halkan keessa naannoo sa'aatii 2:30tti magaalaa buraayyuu naannoo 'Iraasuu hotel' jedhamu nu waan hataniif namoonni konkolaataa 'Five L' lakkoofsa gabatee 39442 ta'e argitan adaraa karaa lakkoofsa bilbilaa 0929147463 ykn 0937988313 nu bilbilaa.
Gatii dadhabbii keessanii ni baafna.
Galatoomaa!