Tajaajila Fayyaa Digitaalessuu
Tajaajila fayyaa digitaalessuu jechuun..wantoota duraan waraqaadhaan harkaan hojjennu, gara softiweerii fayyadamuutti olguddisuu jechuu dha.
softweerii salphaa akka #excel irraa kaasee hanga complex isa taeetti fknf #dagu, #DHIS² hammata
Harraaf Excel irratti Akkamitti ida'ama waan tokkoo (Sum) Hojjettu? isa jedhu haa ilaallu
👉 fknf gaafa 21/01/2017 maamila taj isinirraa argate 5 qabdu haa jennu
Galii maamila 5n kana irraa argame ida'uuf maal gootu??
Hiika: 👉 Galiin gaafa 21/1/17 maamila 5n irraa argame qarshi 1,000.00
Data kana shaakaluuf👇

kunis saffisaa fi qulqullina tajaajila keenyaa akka dabalu kan godhuu dha.
softweerii salphaa akka #excel irraa kaasee hanga complex isa taeetti fknf #dagu, #DHIS² hammata
Harraaf Excel irratti Akkamitti ida'ama waan tokkoo (Sum) Hojjettu? isa jedhu haa ilaallu
👉 fknf gaafa 21/01/2017 maamila taj isinirraa argate 5 qabdu haa jennu
Galii maamila 5n kana irraa argame ida'uuf maal gootu??
Step 1: Column G7 (Total Raw) click goona (iddo ida'ama kaa'uu barbaannu jechuudha
Step 2: Column G7 jalatti formulaa armaan gadii barreessina
=SUM(G2:G6)
Hiikkaa formulaa kanaa:
👉 ida'i (galii mamila jalqabaa irraa kaasii (G2) : hanga isa maamila dhumarra jiruu(G6) )
Step 3: Enter key cuqaasna.
👉yeroo kana Total sales = 1000.00 birr dhufa .