Ministeerri Barnootaa Ramaddii Yuunivarsiitii Barattoota Kutaa 12ffaa Ifoomse
Ministeerichi akka eereetti, barattoonni qabxii ol'aanaa fidan, jechuunis qabxii dhibba ja'a (600) keessaa dhibba shan (500) fi isaa ol galmeessisan kallattiin filannoo isaanii tokkoffaa irratti akka ramadaman taasifameera. Barattoonni ramaddii isaanii salphaatti baruuf marsariitii 'https://student.ethernet.edu.et/view-placement' jedhamu irratti seenuun ilaallachuu danda’u.