#BarattootaMBBADabartaniif
Barattootni Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Sad. 2ffaa Haaraafi Buleeyyin Gaafa #Fulbaana_19 - 20/2019 gara mana barnootaa ramadamtaniitti (kutaa 9ffaaf) fi buleeyyin gara mana barnootaa turtanitti deemuun guyyoota jedhaman keessatti akka seentan/galmooftan/ waamichi taasifameera.
Barattootni Gara MB Gaafa Dhufan:-
1- Meeshaalee barnootaa/Dabtara, Qalama, Kobbee, Sarartuu, Uffata Ispoortiifi kkf) fi
2- Uffata Mana Ciisichaa (doormii) : Uffata Qorraa, Ansoolaafi kkf qabatanii dhufuu qaban.
3- Barattootni Haaraan(kutaa 9ffaan) Uffata Yuniifoormii MB erga galanii booda baasii dhuunfaatiin kan hodhisiifatu ta'uun beekameera.
Bara Barnootaa Milkii Isiniif Haata'u!