"elaame fira koo"
An hin jiru
Danda'e hin tirtiru
Akkuma kaleessa
Kuno na madeessa
Qaama koo kutata
Dhugaa koo butata
Mudaa koo dubbata
Gadda naaf farrisa
Maaltu naaf girrisa
Hunduu natti gama
Qaawwa natti bana
irreedhaan dubbata
Qaamni koo hin gubata
Kunoo hin kulkulfata
Na balleessudha galmisa
Jiraachuu kooti gaddisa
Nan ukkamame hinuman
Callisa
Kamiinan dubbadha
Kamiinan himadha
Hundu na madeessa
Hundu na ajjeesa
Hundu na darbata
Hundu na balfata
Hundinu na dheessa
Garaa na madeessa
Garuu...
Barri Kun hin darba
Yaroodhaaf na sarba
Abdii hin kutadhu
Dhugaa koo hin dagadhu.
Boonaa_maccaa
@Walaloon_Jaalala
An hin jiru
Danda'e hin tirtiru
Akkuma kaleessa
Kuno na madeessa
Qaama koo kutata
Dhugaa koo butata
Mudaa koo dubbata
Gadda naaf farrisa
Maaltu naaf girrisa
Hunduu natti gama
Qaawwa natti bana
irreedhaan dubbata
Qaamni koo hin gubata
Kunoo hin kulkulfata
Na balleessudha galmisa
Jiraachuu kooti gaddisa
Nan ukkamame hinuman
Callisa
Kamiinan dubbadha
Kamiinan himadha
Hundu na madeessa
Hundu na ajjeesa
Hundu na darbata
Hundu na balfata
Hundinu na dheessa
Garaa na madeessa
Garuu...
Barri Kun hin darba
Yaroodhaaf na sarba
Abdii hin kutadhu
Dhugaa koo hin dagadhu.
Boonaa_maccaa
@Walaloon_Jaalala