Dhugaa fi hubannaadhan jireenyaa haqaa argannaa!.
👉yaa isa jalqabummaa jalqabdee nu keessaatti tolfmatee.
👉yaa isa jalqabummaa eenyummaa kee dhala namaa keessatti mul'iftee.
👉Hundinuu si beeka atis ni beektaa
Hunduu si yaadaa atis keessaan hojjachuu barbaada.
👉garuu fallan kee sobni akkasumaa yaada fi karooraa isa nama keessaa adeemsisee yaadaf karoora kee falmuuf dhoksuu yoo barbaadees ati humnaa qabda ati ni abbomtaa sagaleen kees humnaa qaba soba ni hittaa ni gaadita ni jilbinfachifta.
👉Jiraachuuf humnii amanammaan dhala namaf si kan ta'ee
👉Gaarrummaf qaajeelummaan si keessaan si kan ta'ee.
Yeroo hundummaa hin jijjiramtuu haalaan hin filattuu turuu dandeessa garuu yeroo ketti ni mul'ataa.
👉ati kabajamaadha.
👉 ati safeefatammaadha
👉ati jiraataadha.
👉 ati abdii lafa onnaatti
👉 ati gargaraadha
👉si namni qabatee humnaa qaba sodaa malee bahee galaa.
👉Sin qabatee dubbatee dhagessifata
hojjatee galmaan gahataa
👉Deemee fixaan baha
👉Haguugiin bara dhummaa kan asif achii deemmuu si dhorkuu hin danda'uu.sobnii dhaloota keessaa humnaa dhugummaa keen ciramee badaa.ati gargaraadha
👉Ati dhugaan humnaa warraa sin of keessaatti amanaatannitti.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Obbleessaa dhugaa hubbannaa!
👉Yaa hubbannaa ati obboleessi dhugaa sobaas ilaalte caalifta osoo beektuu
👉 dhugaas ilaaltee caalifta osoo beektuu 👉sobni miira kee hin hoggannuu gonkummaa ati offitti amantee abdii namaa jabbeessita galmaa sirrii tokkof ammaaf caaliftee karoorsita.
👉Osoo beektuu karaa fagoof dhihoo lakki hin ta'uu dhiisi jettaa itti hubatee addaa baaftee itti ciichi hin ta'a jettaa.
👉Yoo adeeman si waajjinin yoo ta'anis si waajjinin obsaa baruu si irraatti.galmaa gahuun si keessaatti.
Galmeen hubannaa inni sirriin isaa dhugaa irraatti mana ijaarateedha!.
Yesuus abbaa dhugaa fi hubannaa sirrii.🙏
God grace give both truth and immagination!.
Maranataa!..