Kan kufe hafu isa du’e qofaadha. Irraa baradhaa!!
=================
@ Waggaa 21ffaa isaatti daldala jalqabee kisaare.
@ Waggaa 24ffaa isaatti yeroo lammaffaaf daladala jalqabee kisaare.
@ Waggaa 26ffaa isaatti jalallee isaa du’aan of biraa dhabe.
@ Waggaa 27ffaa isaatti dhibee sammuu dhibamee hospitaala seene.
@ Waggaa 34ffaa isaatti miseensa kongransii biyya Ameerikaa ta’uuf dorgomee kufe.
@ Waggaa 45ffaa isaatti seenatara biyya Ameerikaa ta’uuf dorgomee kufe.
@ Waggaa 47ffaa isaatti itti aanaa prisedaantii ta’uuf yaalee hin milkoofne.
@ Waggaa 49ffaa isaatti yeroo lammaaffaaf seenataara ta’uuf dorgomee kufe.
@ Waggaa 52ffaa isaatti prisedaantii ta’uuf dorgomee mo’achuun milkaa’ee prisedaantii biyya Ameerikaa isa 16ffaa ta’uun filatame . [ ABRAHAM LINCOLN ] Kufaatiif harka hin laatin bor mo’ichatu si eeggataatii!!
Singer Megertu Official
@Yerusaalem_Haaraa