World 🌎:
1. Seenaa Amantii Isilaamaa
Amantiin isilaamaa jaarraa 7ffaa kessa kan jalqabe yoo ta’ee illee dafee biyyoota addaa addaatti babal’ate.Sababiin isaa inni guddaan immoo lolaa fi humnaan, Fuudhaa fi Herumaan akkasuma nagadaan ykn daldalaan waan ta’eef dafee babal’ate. Amantii kana kan jalqabee nama maqaan isaa Muhammad Abdallaa jedhamuudha.Haati isaa immoo Amiinaa biintu waab jedhamti Mahaamad bara 563 akka lakkoobsa Itiyoopiyaatti biyya Ishiyaa keessaa galaana diimaa biratti kan argamtu magaalaa makkaatti sanyii ykn Qomoo Qureeshii keessaa dhalate.Akka Lakkoobsa A’uroppaatti immoo bara 570 dhalate jechuudha.Haati isaa ulfa ji’a lamaa taatee utuu jirtuu Abbaan isaa du’e.Haati isaa Muhaamadiin guddisuu waan hindandeenyeef mana eessuma isaatti akka guddatuuf Abdulmuxaalibtti geessitee jiraachuu jalqabe.Itti dabala Haati isa Amiinaan immoo yeroo inni waggaa ja’a guutetti duute,ammas wagaa saddeet yeroo ga’utti immoo, Eesuma isaatu du’e.Kana booda mana namaatti galee horii tiksuun guddate.
.Abbaan Abdallaa ijoollee dhiiraa waan hinqabneef waaqatolfamaa biyya Maakaa Kaabaaf wareega wareegee ijoollee dhiiraa kudhan yoo naaf late ani immoo tokkon siif kennaa jedhee dhagaa uubaal jedhamu irraa harka isaa ka’ee kadhachuun warega warege.Innis ijoollee erga argate isaan keessaa hixaa buufnaan Abdalaa irra bu’e.Abbaan abadallaa ,Abddalaa hanbifachuuf gara Xonaahii dhaqe gaafate. xonqa’iichi immoo iddoo abadalaa Gaala 100 kenni jedhee isa gorse.Abbaan Abdallaas Gaala 100 Uubaaaliif kennefii, Abdallaa hanbifate.Walumaa gala Maatiin Muhaamad Mana kaabaa keessatti kan argamu uubaal waaqatolfamaa biyya Mohaabii fudhatame isa harka namaan hojjetameetti sagadaa turan.Seera lakkoobsaa ,25:1-3,seera Lewootaata 18:1-5,Abboota firdii 2:10-13.Kanaafuu Maatiin Muhaamad gara kaabaa deemanii isaaf sagadaa akka turan seenaan sirrtti barsiisa.Iddoo sanatti immoo dhagaa uubal jedhamu irraa haraka isaanii kaa’uun kadhachaa turan.Uubaal waaqatolfamaa magaalaa makkaa jedhamee beekama.Itti dabala biyya Makka keessatti waaqefamaa kan ture waqayyolii Dubartootaa sadiitu ture.Isaanis,ijoollee uubaal waaqatolfamaa ti.Namoonni yeroo sanaas akkana jedhaa kaabaa naanna’uun sagadaa ture.waaqa abbaa Laati,waaqa abbaa uuzaa,waaqa abbaa maanati jedhanii waamataa turan.Kanas Qur’ana kessatti Mahamad iyyuu itti amanaa akka ture argachuun in danda’ama.Suurata al Najiim:-53:18-22 .
Muhamad erga guddatee mana jiraataa ture keessatti,namootaa wajjin deemuun nagada nagaduu baruun,Qarshii liqeeftee,ofii isaa biyya Abisiiniyaa fi Gibxitti nagada nagaduu jalqabe.Waggaa 25 yeroo ta’etti Dubartii sooretti biyya Makkaa kan taate Maqaan ishee Kadiijaa jedhamtuu wajjin wal-bare.Kadiijaa biraas qarshii fuudhee nagaduu jalqabe.Kana booda kadiijaan nagadatti jabaa ta’uu isaa bartee,akka inni qabeenyaa ishee to’atuuf,akkasuma nagaduuf ofitti isa qabde.Innis nagadee bu’aa waan buuseef,akka inni shee fuudhu barbaaddee gaafatte.Innis rakkina baayyee keessa bara baayyee sababa jiraateef Kadiijaa haadha qabeenyaa nama waggaa 40 yoo taate illee,nama waggaa 25 ta’e,tole jechuun man isheetti galee abbaa manaa ishee ta’ee fuudhe.Isaanis waggaa 15 waliin erga jiraatanii booda Kadiijaan duute.Mahamad erga kadiijaan duutee Dubartoota 12 ol-fuudhe.Muhamad dhiira 2 fi Durboota 4 Kadiijaa irraa godhate.Dhiironni dhalatan yammuu jalaa du’an, Durboonni garuu isaaf guddataniiru.Akkasuma Muhaamad haadha manoota isaa irraa dhiirotaa fi durboota godhateera.Ammas seenaan isaa akka jedu,dubartoota kan birraa inni fuudhe irras dhiiroti dhalataniif yeroo du’an, durboonni garuu isaaaf guddataniiru jedha.
Muhammad waggaa 40 yeroo ta’etti mul’atan argadhe jechuudhaan waaqa tolfamaa biyyi makkaa itti amanaa turuun galii garaagaraa irraa argataa turan diiguu jalqabe.Biyyi Makkaa seenaan isaa akka ibsutti akkasuma hadiisi akka jedhu waaqatolfamaa bifa garaagaraatiin hojjetaman akka balbala isaaniitti guyyaatti naqa lama kan itti sagadan,bifa dhagaan,bifa supheen,bifa mukaan ,bifa garaagaraan kan hojjetaman 360 qabu turan .Isaan kana keeesaa 359 diigee waaqa tolfamaa baayyee hin