" Dhaabbataa gazeexaa 300 ol ta'antu dhimma siyaasaa fi amantii(religion) irratti af-gaaffii(interview) naaf dhiyeessuf na beellame. Animmòo hunduma isaaniirraa, dhimmoota akkasii irraas nan fagaadhe. Maaliif seetan? Waanti fayyina dhala namaaf ta'u gonkumallee siyaasa keessas, UN ykn Washington biraas waan hin argamneef. Fayyinni Kiristoos Yesusiin qofa argama. Kanaafan dhimma nan fayyadne dhiisee Wangeela qofa lallaba!"
Murtoowwanii fi qajeelfamoota sadii (3)n tajaajila koo keessatti yeroo kamiyyuu hordoofa!. Murtoowwanii fi qajeelfamoonni jireenya isaanii jireenya fi tajaajila isaanii keessatti hordoofa turanis kunooti.
1ffaa, Wangeela Yesuus Kristoos dubbachuuf yoo ta'e malee, warra siyaasaatti hin hidhadhu!
2ffaa, Qarshii tajaajilaan dhufuu fi sababa tajaajilaan argamu tasayyuu hin tuqu!
3ffaa. Ergaankoo gabaabaa fi ifaa, waayee Wangeela fayyinaa ta'uu qaba. (Yoh.3:16 irratti kan hundaa'e).
Maaloo dubbisa irra baradhaa hedduu nama barsiisa!. Waan dubbiftanii irra barattaniif hedduu galatoomaan isiniin jedha!.
Namni Waaqayyoo kun qajeelfamoota sadan kana baafatee, itti hojjetees miliyoonota Yesuusiif booji'e!
Namni qajeelfama kaa'atee ittiin hojjetu ni milkaa'a! Murtoowwan kun sadan isaaf qajeelfamoota bara jireenya tajaajilasaa turan; Itti milkaa'eeras.
“Waan garaan kee jaallatu siif haa kennu! Akeeka kee hundumaas siif haa raawwatu!”
— Far. 20:4
H/W Dr. Billy Graham
t.me//Youth4Christ1