1Xim. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹² Ani, Kristos Yesus gooftaa keenya isa hojii koo kanaaf humna anaaf kenne kana, "Amanamaa dha" jedhee hojii isaa irra na dhaabuu isaatiif nan galateeffadha.
¹³ Dur illee ani maqaa balleessaa, ari'achaa, humnaan nama irratti ka'aan ture; garuu amanuu koo dura wallaalummaatti waanan kana godheef, inni araara anaaf buuse.
¹⁴ Ayyaanni gooftaa keenyaas amantii fi jaalala Kristos Yesusiin argamanii wajjin, guutee irra anaaf dhangala'eera.
Gooftaan hin Guddaan Guddinni isaa hin tilmamne Kun gafaa hamma kana nutti gadi jedhe maalidhaa jalaala akkamidhaa??? Isayyuu amanamoo godhee inni hojii isaa irraa nu dhaabeem, kun maalidhaa jaalala akkamiitii?? Jaalala barabaraa isa haala kamirratti iyyuu hin hundoofne! Agape love
t.me//Ifa_Dhalootaa