“Dubbii Waaqayyoo isa nuyi lallabnu yeroo argattan, akka dubbii namaatti utuu hin ta'in akka dubbii Waaqayyootti fudhattaniittu; innoo dhuguma dubbii Waaqayyoo ti. Waaqayyos isin warra amantan keessatti in hojjeta; kana hundumaaf ittuma fufnee Waaqayyoon in galateeffanna.”
— 1Tas. 2:13
Ayyaanni Kristos Yesus isiniif haa baay'atu🙏
t.me//Youth4Christ1
— 1Tas. 2:13
Ayyaanni Kristos Yesus isiniif haa baay'atu🙏
t.me//Youth4Christ1