#Oduu_Aagaa!
Oduun biyya Raashiyaadha ba'e guddaa kan nama gammachiisuudha. Qorattootni fayyaa biyya Raashiyaa qorannoo yeroo dheeraa dhibee Kaanseerii irratti adeemsisaa turaniin kittibaatii Kaanseerii argachuu isaanii beeksisuu isaanii hordofee addunyaan gammachuu guddaa keessa jirti. Abdiin namootaa dhukkuba kanaan qabanii du'a eeggataniif waan addaati. Dhibeen Kaanseerii waggaatti lubbuu namoota hedduu kan galaafatuudha. Carraan dhibee kanarraa fayyuus hin jiru ture. Kanaan namoota jaallannu baayyee of biraa dhabneerra.
#Qorattootni Ogeeyyii fayyaa biyya Raashiyaa kittibaatiin argatan guutummaatti fayyisuu akka danda'u dhukkubsattoota Kaanseerii irratti yaalii godhameen milkaa'aa ta'eera jedhaniiru. Qorichi argame dandeetti ofirraa ittisuu qaamaa dabalee qaamoota nagaa biroo osoo hin xuqiin seelii Kaanseerii qofa kan balleessudha jedhan. Keessatti kaanseerii Sammuu, kaanseerii harmaa fi kaanseerii sombaa ni fayisa jedhameera. Kittibaatootni kunneen haala dhibichaa irratti hundaa'uun kan kennamu akka tahe dubbataniiru.
#Kittibaatiin kunis tolaan kan kennamu fi omisha irra akka jiru Ministeerri fayyaa biyyatti ibsanii jiru. Kun oduu aagaati. Boqonnaa haaraa gama fayyaan ni fida jedhamaa jira.
Haa ta'uuti garuu qorichoota kan kan argatte Raashiyaan wal gaareeffannaa jabaa biyyoota dhihaa waliin waan qabduuf uwwisi miidiyaa ga'aan kennamaafii hin jiru. Ta'us argannoon qoricha kanaa addunyaaf boqonnaa gaariidha. Meeshaa waraanaa nama fixu oomishu cinatti argannoo akkanaa gadi baasuun ishee na gammachiiseera.
t.me//Youth4Christ1