Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Memepad BLUM akkamitti hojjetama?
🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤
Memepad'n blum irratti torbee darbe keessa launch ta'e maalidha kan jedhuuf , platform namni kamiyyuu itti fayyadamee token mataa isaa fkn akkuma Roxman Major hojjete isinis haala salphaa ta'ee token mataa keessaniii logo mataa keessaniitiin launch gochuu dandeessu.
Kana raawwachuuf TON isin barbaachisa, erga TON kaffaltanii booda launch erga ta'ee akkuma Exchange irratti bituus gurguruus dandeenyu token Memepad irratti launch ta'an BUY/Bituu fi SELL/Gurguruu dandeenya.
Bu'aa ni qabaa? Eyyee bu'aa ni qaba. akkuma warri token isaanii launch godhanii gabaatti agadi baasan , kan keessanis yoo gabaa hedduu argate bu'aa irraa argattu.
Tokkoo tokkoo transaction achirratti gaggeeffame kana jechuun kan bitame kan gurgurame ilaaluu ni dandeessu.
Salpaadhumatti Token ykn coin mataa keessanii achirratti launch gochuuf isin fayyada!
💻Telegram