ለሁሉም ጊዜ አለዉ፤ለማሸነፍም ለመሸነፍም!
በቦክስ ዉድድር አለም እንደ ታይሰን ዝናን ያተረፈ የለም።ታይሰን በጉብዝና ዘመኑ አብዛኞቹን ተፎካካሪዎቹን በዝረራ ጥሎ እና አሳምኗቸዉ ነዉ ያሸንፋቸዉ የነበረዉ።
አሁን በእርጅና ዘመኑ ከወጣቱ ቦክሰኛ ጄክ ፖል ጋር ገጥሞ የወጣትነት ጉልበቱ ከዳዉ፤ ተደበደበ፤ተሸነፈ፤ዝናዉን ተነጠቀ።የተፈጥሮ ሂደት ነዉና ማንም እንደበረታ አይቀርም፤አንበሳም ሲያረጅ ዝንብ እንደሚወረዉ ሁሉ።
ታድያ ጠቢቡ ሰለሞን ለሁሉም ጊዜ አለዉ ያለዉም ያለምክንያት አይደለም፤የሰዉ ልጅም ይሄንን እዉነታ አምኖ መቀበል የግድ ይለዋል።አለበለዚያ የተፈጥሮ ህግ ይናጋል ማህበራዊ፣እኮኖሚያዊ እና ፖለቲካዊ ቀዉሶች ይበረክታሉ አደግ ሲልም የሀገር እድገት ይገታል።
ይሄንን ጉዳይ በፖለቲካ አይን ብናየዉ ብዙ የምንማርበት ነገር አለዉ።የአለም መሪዎች ስፔሻሊ የአፍሪካ ሀገራት መሪዎች ይሄንን እዉነታ የተረዱ አይመስሉም።በወጣትነት ዘመናቸዉ የጨበጡትን በትረ-መንግስት በቃኝ ብሎ ለወጣቱ ተተኪ ትዉልድ አሳልፎ አይሰጡም በሞት ወይም በግድ ካልሆነ በስተቀር።አዎ አብዛኞቹ እነዚህ መሪዎች በጉብዝና ዘመናቸዉ ወራሪዎችን እና አምባገነናዊ መሪዎችን ተፋልመዉ ነዉ ወደ ስልጣን የሚመጡት።ቢሆንም ግን የተፈጥሮ ሂደትን ይረሱ እና እንደ ማይክ ታይሰን አሁናዊ አቅማቸዉን ረስቶ ከወጣት ጋር ግብ ግብ ይፈጥራሉ በስተመጨረሻ የሚጠብቃቸዉ ማይክ ታይሰንን የገጠመዉ ነገር ነዉ ፤ሀገር ማተራመስ እና በሀይል ተሸንፎም ስደተኛ ወይም ሟች መሆንም ጭምር።
አዎ እድሜ ለኹሉ
ለማሸነፍ እና ለመሸነፍ ፤ ለመምራት እና ለመመራት!
ለሁሉም ጊዜ አለዉ!✋️
Waan hundumtuu yeroo qaba;Injifachuunis yeroo qaba;Injifatamuunis yeroo qaba!
Addunyaa booksii keessatti namni akka Taayisan beekkamtii argate hin jiru.Yeroo humna qabutti Taayisan morkattoota isaa irra caalaa isaanii mo'achuurra darbee dhahee kuffisee,amansiisee mohata ture.
Amma bara dullumaa isaa keessatti dargaggeessa booksii Jake Paul waliin dorgommii seene. Humni bara dargaggummaa isaa isa gante; ni reebame, ni injifatame, beekkamtiin isaas ni saamame! Adeemsa uumamaa waan ta’eef,Cimaan dadhabuu hin oolu; akkuma leenci yeroo dulloome titiisni marsitu sana.
Egaa ogeessichi Solomoon waan hunduu yeroo qaba kan jedheef sababa malee miti,Ilmi namaas dhugaa hadhooftuu kana amanee fudhachuu qaba; Yoo kana hin taane seera uumamaatu raaqama, rakkoon hawaasummaa, diinagdee fi siyaasaa ni uumama, guddinni biyyaas ni gufata.
Dhimma kana ija siyaasaatiin yoo ilaalle waan baay'ee irraa baratamutu jira.Hoggantoonni Addunyaa keessumattuu hooggantoonni biyyoota Afriikaa dhugaa kana waan hubatan hin fakkaatan.Dulloomuu fi dadhabuu ofii amananii aangoo dargaggootatti hin dabarsani.Adeemsa uumamaa dagatanii akka Maayik Taayisan kanatti dargaggeessa waliin morkii uumuun Dhumarratti waan Maayik Taayisan mudate kana dhandhamu: Biyyasaanii tasgabbii dhabsiisanii humnaan injifatamuun baqataa ykn dhabama ta'u.
Eeyyee,Umurii waan Hunda harkaa qabdi!
Injifachuufis Injifatamuufis;Hogganuufis Hoogganamuufis yeroon murteessaadha.
Waan hundumtuu yeroo qaba!✋️