Baankiin Daldalaa Itoophiyaa ayyaana Iid- alfaxir sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii Magaalaa Maqalee jiraataniif Maaddii (Sadaqaa) qoode. Hawaasni sadaqaa argates baankii daldalaa Itoophiyaa galateeffate.
Iid - Mubaarak!
Iid - Mubaarak!