AJAA'IBA LAKKOOFSA ❸Ajaa'iba Lakkoofsa ❸ Qur'aana Keessatti
🏳️ Namni Umraan hanga Hajjiitti qanani'e Hadyii yoo dhabe hajjii keessatti guyyaa ❸ soomanuu.
🏳️ Dubartiin Hiikamte Xurii laguu(Haydii) ❸ irraa qulqullooftu malee Nikaaha biraa akka hidhamne.
🏳️ Rabbiin Nabi Zakariyyaa Akka inni Guyyaa ❸ fi Halkan ❸ mallattoon malee namatti hin dubbanne mallattoo godhuufii.
🏳️ dubartii ❸ fuudhuun hayyamamuu.
🏳️ Rabbiin ❸ Hin jedhinaa jedhee Rabbiin nama dhoorguu hayyamamuu.
🏳️ Namni dharaan kakate rakkataa kudhan nyaachisuu ykn uffisuu ykn gabra tokko bilisoomsuu namni hin dandeenye guyyaa ❸ soomanuu.
🏳️ Rabbiin sahaabota ❸ lola Tabuuk irraa rakkinaaf hafanii tawbaa isaanii qeebaluufii.
🏳️ Warri Ummata Samuud Isaan Gaala Nabi Saalih waraannaan guyyaa ❸ qanani'aa jechuunii.
🏳️ Rabbiin Gabraa fi warra gaa'ila hin ga'in akka yeroo isaan Haadha manaa fi Abbaa nanaatti ol seenuu fedhan bakka ❸ tti hayyama gaafatan ajajuu.
🏳️ Malaa'ikaan Kooluu ❸ qabdu jiraachuu.
🏳️ Rabbiin garaa haadhaa keessatti dukkana keessatti ilma namaa uumuu.
🏳️ Guyyaa Qiyaamaa Namoonni garee ❸ tti qoodamuu.
namni ❸ iccitii haasa'ee Afraffaan rabbi ta'uu.
🏳️ Dubartoonni Haydii irraa abdii kutan Iddaan isaanii ji'a ❸ ta'uu.
🏳️ Rabbiin Warra Kafaraatiin gara gaaddisa damee ❸ garuu kan ibidda irraa isaan hin duroomsine deemaa jechuunii.
🏳️ Baay'inni Aayata Suuratul Asr ❸.
🏳️ Baay'inni Aayata Suuratul Kawsar ❸.
🏳️ Baay'inni Aayata Suuratul Nasr ❸.
Ajaa'iba Lakkoofsa ❸ Hadiisaa keessatti
🏴 Rasuulli(s.a.w) namni waan amala ❸ qabaate mi'aa iimaanaa ykn gammachuu ni argata jedhan.
🏴 Rasuulli(s.a.w) namni ❸ Ajrii dachaa argata jedhan
Rasuulli(s.a.w) dubartiin Ilmoon ❸ jala duute ibidda jahannam irraa ni tiikfama jedhan.
🏴 Dhagaan Istinjaa ittiin bahan ❸ irraa jalqaba.
🏴 Dubartiin guyyaa ❸ caalaa gufufuun boohuun dhoorkaadha Abbaa warraa isiif malee.
🏴 Rabbiin Umar ibnul kaxxaab Wanta inni yaade ❸ Qur'aana keessatti buuse.
🏴 Suuratul Ikhlaasiin Namni Si'a ❸ qara'ee akka qur'aana Juz'a soddomman qara'eeti.
🏴 Namni tokko yoo hirribaa ka'e harka isaa si'a ❸ dhiqachuu qaba.
🏴 Namni Muslimaa guyyaa ❸ ol waliin ooduun hin baqqa'u.
🏴 Wudu'a yeroo godhan ❸ godhachuun Irra caalaadha
Ruku'a Keessatti ❸ Subhaana rabbiyal Aziim jedhama.
🏴 Sujuuda keessatti Subhaana rabbiyal Aziim si'a ❸ jedhama.
🏴 Salaanni Magriibaa raka'aa ❸.
🏴 Mallattoon Munaafiqaa ❸.
🏴 Nabiyyiin keenya gaaf tokko minbararra bahee si'a ❸ Aamiin jedhe.
Ajaa'iba Lakkoofsa ❸ Zikriiwwan Keessatti
⏳ Bismillaahillazii Laa Yadurru Ma'asmihii Shey'un Fil Ardi Walaa Fissamaa Wahuwa Samii'ul Aliim si'a ❸.
⏳ Allaahumma Aafinii Fii Badanii Allaahumma Aafinii Fii Sam'ii Allaahumma Aafinii Fii Basarii Laa'ilaaha Illaa Anta si'a ❸.
⏳ Allaahumma Innii A'uuzubika minal kufri walfaqr Wa'uuzubika min azaabil qabr laa'ilaaha illaa anta si'a ❸.
A'uuzu bikalimaatillaahi taammaati min sharri maa kalaq si'a ❸
⏳ Yaa rabbii lakal hamdu Kamaa yambagii lijalaali wajhika wali'aziimi sulxaanik si'a❸.
⏳ Allaahumma inni as'alukal hudaa wattuqaa wal afaafa walginaa si'a ❸.
⏳ Subhaanallaahi wabihamdihii Adada jalqihii waridaa nafsihii wazinata arshiihii wamidaada kalimaatih si'a ❸.
⏳ Radiitu billaahi rabbaa wabil Islaami diinaa Wabi muhammadin sallallaahu Aleyhi Wasallama nabiyyaa si'a ❸.
⏳ Qul huwallaahu Ahad si'a ❸.
⏳ Qul A'uuzu birbbil falaq si'a ❸
⏳ Qul A'uuzu birabbinnaas si'a ❸
⏳ Salaata Booda Astagfirullaah si'a ❸
Ajaa'ibni lakkoofsa ❸ hedduudha Hin dhumu!
https://t.me/kulurusosmanghazi