Falasxiin
Biyyi Falisxiin Dhaloota Nabi Iisaa dura Waggaa 3000 dura Dachii Kana'aan jedhamuun beekamti. Ummata Kan'aantu Waan achi qubateef akkas jedhamte.
Maqaan Filisxiin immoo beekamtii kan argate Jaarraa 2ffaa keessaa Dhaloota Nabi isaa irraa waggaa 135 keessa.
Madiinaa/Xaybaa
Maqaan Madiinaa bara Hijraa dura Yasrib jedhamuun beekamti Erga Rasuulli Makkaa irraa gara Madiinaatti godaananii booda Yookiin bara Hijraa 1ffaa ykn Bara Dhalootaa irraa Waggaa 622 Yasrib irraa gara Xeeybaa/Madiinaatti jijjiiramte.
Sooriyaa
Maqaan Sooriyaa Dur Shaam jedhamuun beekama.Bara dur Shaam jalatti biyyoonni Yaamaman Biyyoota 3 turan isaanis Filisxiin Lubnaanii fi Jordaan turan san booda garuu biyyoonni kunniin kophaa bahanii ergasii biyyi shaam biyya tokko qofatti deebite isiinis biyya sooriyaa ammaa taate Siiriyaaan immoo maqaa warri faranjii ittiin yaamu.
Islaambuul/Istanbuul
Biyyi Islaambuul Erga Mootiin Usmaniyyootaa Muhammad Al Faatihiin bara 1453 dhaloota irraa Qonistaantinoppil irraa islaambulitti jijjiire sana booda immoo bara 1930tti istanbuulitti jijjiiramte.
Iraan
Biyyi Iraan Biyyoota Addunyaa dura waggaa 3000 dura qaroomina kan eegalte hogguu taatu maqaan Isii kan duraanii Peershiyaa/Faaris jedhama. Maqaan kun kan jijjirame bara 1935tti Iraan itti
https://t.me/KURULUS_ORHAN4