Rippaablikni Koongoo fi Paakistaan Kubbaa Miilaarraa dhorkaman
***************************
Waldaan Kubbaa Miilaa Addunyaa (FIFA), Federeeshinii Kubbaa Miilaa Rippaablika Koongoo fi Federeeshinii Kubbaa Miilaa Paakistaan adabuu isaa beeksise.
FIFAn Rippaablika Koongoo kan adabe qaamni 3ffaan hojii Federeeshinii Kubbaa Miilaa biyyattii keessa harka waan galfateef akka ta’e himameera. https://web.facebook.com/etvafaanoromoo/posts/pfbid0ea97U8DY6xK6FWkUBsEoeQ9D16gKxVdqSaeL9twhnfQgSUp9U65Jixud8PC4XeLAl