📣Yaadachiisa!! Miseensota chaanaalii @Heni_Tech Hundaaf...
📊Akka imaammata (policy) telegram haaraa ba'etti, miseensonni chaanaalii kana MUTE gootan akka waan chaanaalii kana keessa hin jirreetti ilaalama. kanaafu, UNMUTE gochuun nu hordofaa.
✅Waan nuti maxxansinu yoo ilaalaa jirtu ta'ellee yoo chaanaalii kana MUTE gootani jirtu ta'e akka ilaaltanitti hin lakkaa'amu.
✅Akkuma suuraa irratti mul'atuutti..
MUTE jedha yoo ta'e hin tuqinaa!!
✅UNMUTE irra jira yoo ta'e yeroo 1 tuquun MUTE tti deebisaa.
👍Filannoo keessan yeroo maraa waan nu taasifattaniif galanni keenya guddaadha!!
🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝
https://t.me/heni_tech