GUY'S WARRI HANGA YOONAA AKKATAN ITTI FAYYADAMAA ISAA ISINIIF HIN GALLE.
VIDEO FI BIFA BARREFFAMAN ISINIIF HOJEDHEE PIN GODHEEN JIRA SIRRIITTI ILAALA.
VOICE MESSAGE DHAGEFFADHAA
🚨warri vpn man connect gootanii itti fuftanii fayyadamtanii takka hojjete isinif hojjete didu dogoggora keessanidha. File ani isnif gadi dhiisuu vpn ani irratti isiniif gadi dhiisu irratti import gochuun connect erga gootani boda data keessan active godhattanii deebitanii immo disconnect gochuun itti fayyadamtu malee. File ani isiniif gadi dhiise kallatiman connect gootani fayyadamtu taanan yeroo tokko Connect isnif ta'a sana booda ni dhaabbata hanga deebi'ee connect in ta'u sim card kan biran yoo ta'e malee hanga guyyaan itti aanu bari'utti. Kanaf akkataa itti fayyadamaa isaText ani isnif barresse sirriitti dubbisa akkasumas video s ilaala text fi video pin 📌 isiniif godhen jira.