Atileetonni #Itoophiyaa 4 badhaasa βAtileetii Filatamoo bara 2024βf kaadhimaman
Atileetonni Itoophiyaa Taammiraat Tolaa, Yoomiif Qajeelchaa, Tigist Asaffaa fi Suutumee Asaffaa atileetota istaadiyeemiin ala filatamoo bara 2024f kaadhimaman.
Atileetonni kunneen bara dorgommii kana keessatti dorgommii daandii adda addaa irratti qabxii galmeessan irratti hundaaβuun kaadhimamuu dandaβaniiru.
Atileet Taamraat Tolaa bara dorgommii kanatti rikoordii maaraatoonii Olompikii fi Barliin fooyyeessuun injifachuun isaa ni yaadatama.
Akkasumas atileet Yoomiif Qajeelchaa fiigicha walakkaa maaraatoonii Vaaleenshiyaatti gaggeeffameen rikoordii addunyaa galmeessuun isaas ni beekama.
Gama dubartootaan atileetonni Itoophiyaa Tigist Katamaa fi Suutumee Asaffaa, akkasumas atileetiin #Nezarlaand Siifan Hasan badhaasa kanaaf kaadhimamuu isaanii odeeffannoo Atileetiksii Addunyaa irraa argame ni mulβisa.
@Hiikaayaadaa