π«Hiriyyaaπ«
Namoota Lamaatuu Bosona Keeysa Odoo Deemanii Bineensi Isaanitti Dhufe.Yeroo Kana Inni Tokko Utaalee Muka Yaabbate .Garuu Inni Lammataa Mukaa Yaabbachuu Hin Dandahu
Ture.
Bineensichiiis Dhufee Namicha Muka Yaabbachuu Hin Dandeenye Kan Lafa Dhaabbatu Kanatti Waa Hasaasee Biraa
Kute.
Namtichi Mukarra Turees Gad Bu'ee" Bineensichi Maal Sitti
Hasaasee Kute?" Ja'ee Namticha Lafa Ture San Gaaafate.
"Hiriyyaa Yeroo Rakkoo Kophatti Si Dhiisee Deemu Hin Amanin"Naan Ja'ee Kute Ja'een
Waliif Yaaduufii Wal Bira Dhaabbachuun Utubaa Hariiroo Namootaa Jabeessuu dha
Kan dubbisee irra....
π’JOIN & πSHARE
βββββββββββ
πJOIN: @hiikaayaadaa