Balaa Ibiddaa Loos Anjelesitti mudateen lakkoofsi namoota duβanii 24 qaqqabe
Balaan Ibiddaa Ameerikaa kutaa Bulchiinsa Kaaliifoorniyaa magaalaa Loos Anjelesitti mudate hanga ammaatti lubbuu nmoota 24 galaafachuu ibsameera.
Balaa kanaan manneen jireenyaa fi Gamoowwan kumni 12 guutummaatti barbadaaβuu gabaafameera.
Balichaan namoonni 24 yoo duβan, namoonni 16 achi buuteen isaanii hin argamne jedhame.
Lammiileen kumni 100 ol qaβee fi qabeenya isaanirraa buqqaβuu Reuters gabaaseera.
Jiraattoonni kumni 87 naannawaa jireenya isaanii gadii lakkisanii baβuuf akka of qopheessan Bulchiinsi Magaalaa Loos Anjeles akeekkachiiseera.
Hojjettoonni Ittisa Balaa Ibiddaa kumni 14 ol Xiyyaara 84βn deeggaramuun balicha toβachuuf hirmaannaa olaanaa taasiisaa jiraachuu himameera.
Balichi hanga ammaatti qabeenya Doolaaraa biiliyoona kuma 100 fi kuma 50 taβu barbadeessuu eerameera.
@Hiikaayaadaa