#Yaa_Jireenya_jaarraa__21ffaa
Irra caalaan hiyyeessaa,kubbaa miilaa daawwata, irra caalaan harka qalleessaa,telvizyiina jala taaβee diraamaa laalaa bula,irra caalaan harki hujii hin beeknee,eddoo sirbaafi taphaa fedha,irra caalaan nama hujii hin qabnee,siyaasa gara isaa hin beekne irraa dubbataa jiraataa taajjabi.
Qalbi dhabeessi telvizniina guddaa bituuf deema,qalbi qabeessi bitee itti gurguruuf dhaadhessa,gowwaan kophee furdaafi saβatii guddaa bituuf deema,qaruuteen meeshaa bifa garagaraa fidee jala qabee waliin rakkisa,kaayyoo jiraataniif beekuu dhabuufi uf jalaa dhabamuun, jiruu nama harkaa balleessitii xiinxalli.