Gaa'ela dhaabbadhaa yookaan hojirraa ari'amtuโ Kun qajeelfama rifachiisaa dhaabbanni warshaa biyya Chaayinaa โShuntiyaaโ jedhamu hojjettoota isaaf baase dha.
Dhaabbanni kun hojjettoota isaan, โtokko filachuun dirqamaaโ jedheera. gaa'ela dhaabbachuu yoo kana hin taanemmoo hojiirraa gaggeeffamtu. Murtoon kan abbaati ittiin jedheera. Biyya kanattis osoo akkas jedhamee akkam gootu hojii moo gaa'ela filattu? ยฉ Bbc