#MoE
Eebbifamtoonni qormaata baโiinsaa Waxabajjii 2017 fudhachuuf jiran waraqaa eenyummaa(National Id ) baafachuu qabu. - Ministeera Barnootaa
Eebbifamtoonni qormaata baโiinsaa WAXABAJJII 2017 fudhachuuf jiran qormaata kana fudhachuuf waraqaa eenyummaa Dijaataa seera qabeessa taโe (Faayidaa) qabaachuu akka qaban ministeerri barnootaa seekulaarii dhaabbile barnoota Olaanoof ergeen beeksiseera.
Kunis odeeffannoo barattoota bifa seera qabeessa taโeefi qindaaโaa taโeen walitti qabuufi kuusuuf kan tajaajilu taโuu ibsa Seekulaariin kun.
Haaluma kanaan barattoonni qormaata fuula dura jiruuf Waraqaa eenyummaa dijitaalaa kana dhaabbilee kennan adeemuun fudhachuufi of qopheessuun barbaachisaadha.