โ๐๐ฆ๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญa kufaatii ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข Nama ๐ก๐๐ฆ๐๐ข๐ฌ๐๐ง!
โ๐. "Borun eegala" jechuu. Har'uma, ammuma eegali.
โ2. Mul'ata kee namoota ofiifuu hin milkoofne faana mari'achuu!
โ3. Karoora barreeffamaan yeroo wajjin qindaa'e dhabuu.
โ4. Namni kan biraan dhufee akka si oolchuuf abdachuu.
โ5. Hamma mul'ata kee irratti hojjetturra waa'ee mul'ata kee dubbachuu baayyisuu!
โ6. Kitaaba baayye dubbisuu, garuu kitaaba tokkoyyuu hojiitti hiikuu dhiiisu.
โ7. Kufaatii al-tokkoof barabaraan abdi kutuu.
โ8. Hiriyaa mul'ata kee hubatee/ttee si gargaaruu hin dandeeye qabaachuu.
โ9. Ilaalcha namootaaf kan ofii caalmaati bakka laachuu.
โ10. Mul'ata guddaa baattee amala kee geeddaruu sodaachuu!
โค๏ธ๐๐ฎ๐ง๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข๐ ๐ฆ๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐๐ง ๐ก๐๐ฐ๐ฐ๐!
Bakka ๐ฒ๐๐๐๐๐๐ง ๐ช๐๐ช๐ช๐๐๐๐!
โ๐๐ฆ๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐ค๐๐ง๐๐๐๐ข ๐ค๐ค๐ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ ๐จ๐ ๐ช๐ฎ๐ฌ๐๐๐ก๐๐!
โก ใ คย ย โใ คย ย ย โฒย ย ย ย ย ย