โฌ ๐๐๐๐๐๐๐!๐
โค๏ธ
๐บ๐๐๐๐๐Y๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐
๐๐๐๐๐ (3):๐
โ. Qoree bishaan keessaa
โ. Bofa marga keessaa
โ. Summii midhaan keessaati.
โ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ (9)
โGaruu salgaan sun bakka sagaltama siif gaha
๐โ. Abdii jiruu
๐โ. Obsaa jiruu
๐โ. Gorsaa jiruu
๐โ. Qajeelchaa karaa
๐โ. Dawaa sammuu
๐โ. Irkoo guyyaa rakkoo
๐โ. Galma geessaa kaayyoo keeti.
๐โ. Jajjabeessaa hojii keeti.
๐ โ. Gorsaa guddinaati.
๐งจ Hiriyyaa sobaa mannaa diina dhugaa wayya.Maaliif seete, diina akka diinatti beektee irraa fagaatta. Garuu hiriyaan gadheen si fakkaatee si nyaata.
๏ปฟ
โ๐๐๐๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ง๐๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐:๐
๐โ. Jireenya kee balleessee namaa gadi si godhuu.
๐โ. Agartuu kee jamsee ija kee balleessuu.
๐โ. Miila kee mummuree tarkaanfii si dhorkuu.
๐โ. Harka kee si hidhee hojii irraa si hambisuu.
โ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐?๐
โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ โฃโฃ
๐โ. Karaa hamtuu irraa si gorsee karaa qajeeltuu siif hawwa.
๐โ. Yoo gaarii hojjatte gammachuu siif qaba.
๐โ. Yoo ati rakkatte si wajjin cinqama.
๐โ. Bakka ati hin jirretti toltuu kee haasa'a.
๐โ. Utubaa siif ta'ee mana siif ijaara.
๐โ. Olfuudhee si baatee tabarra si dhaaba.
๐โ. Kabaja siif laatee maqaa kee ol qaba.
๐โ. Gammachuu kee gammadee, gadditus si wajjin gadda.
๐โ. Dhibee kee hundumaaf qoricha.
Waan dubbistaniif Galatoomaa!๐
โโค๏ธ๐๐ค๐ค ๐๐๐๐ก๐ก๐๐ฉ๐ฉ๐๐ฃ ๐๐๐ง๐๐ฎ๐ค๐ค๐ฉ๐ ๐ ๐๐๐จ๐จ๐๐ฃ๐๐๐ ๐ฆ๐ค๐ค๐๐๐!
JOIN
#Kaayyoodhugaa1