Namicha tu burruusa ykn dhagaa qarsaa mooyyeetti naqee tumuu eegale.
Akka eegaleen:
Maal godhaa jirta? Jedhamee gaafatamnaan daakaan jira jedhe.
Akka takka tureen:
Maal irra geesse? Jedhamee gaafatamnaan bulleessaan jira jedhe
Yeroo muraasa booda maal goote? Jedhamee gaafatamnaan:
Bututeen ciisaa jira jedhe Jedhama.
Burruusa irratti irree keessan hin butuchiinaa, burruusni ni daaka malee hin daakamu.
Waan irratti yeroo ofii balleessan beekuun gaarii dha.
Galatomaa.