Godina Arsii Bahaa aanaa Jajuu keessatti WBOn tarkaanfii laalessaa waraana PP irratti fudhachuu beeksise
ONM-ABO Gurraandhala 19, 2025 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Zoonii Kibba Baha Oromiyaa guyyaa kaleessa Gurraandhala 18 waraana faashistii PP maqaa sakattaa WBO jedhuun bobbaate Arsii Baha aanaa Jajuu ganda Gurree iddoo addaa Maaramii jedhamu keessatti tarkaanfii jajjabduu irratti fudhateen ergamtoota sirna nama nyaata Abiy Ahimed torba ajjeesee 10 madeessuu of booda deebisee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof❗