π¨Gaafiif deebii Ibrahimaa koonaatee!π
π£;-"Nuuneez galchii lakkoofsisuun natti toleera, yeroo akkasii kanaaf cimee hojjataa tureera, nutis yeroo akkasiif si barbaanna jennee itti himaa turre."
πIbouπ£;-" Dhimma koontiraata dheeressuu kilabicha waliin wanti haasofne hin jiru, namichi tokko oduu kana facaasaa ture, (Fabrizio Romano) garuu gaafiin naaf dhiyaate ni jira."
πIbouπ£;-"Akka taphataa ittisaa tokkotti Clean sheet nuuf murteessaadha, yeroo naaf kenname dursee deebi'e, hanga ammaattuu jilba koo irratti laalaan natti dhaga'ama, garuu yeroo dirree seenu qoricha akka dhukkubni natti hin dhaga'amne dhoorku fayyadama."
πIbouπ£;-"Kaayyoon keenna Ramaddii Champions League dursummaan xumuruudha, tapha kanas qabxii 3'f dirree seenna."
πIbouπ£;-"Qindoominni Virgil waliin qabnu qindoomina cimaa Awurooppaatti, namni hundi dandeettii VVD ni beeka, inni anaaf tokkoffaadha, guyyaa tokko isaa ol tahuu akkan danda'uuf guyyaa hunda hojjadha."
πIbouπ£;-"Umrii kiyya 21 tti Liivarpuul dhufe, yeroo sanatti mucaa xiqqaan ture, Liivarpuul akka taphataa fi dhuunfaattis na guddiseera."
πIbouπ£;-"Akkuma miidhamarraa deebi'uuf dhiyaadheen miidhama Joe Gomez arge, sana booda utuu na dhukkubus tahu taphachuu akka qabun murteesse, dhukkubbiin koo homaa natti hin dhaga'amu, kilaba kanaaf yoo barbaachise du'uuf qophiidha.,"
πππππ β‘οΈΒ @ODUU_ISPORTI
πππππ β‘οΈΒ @ODUU_ISPORTI
β‘ γ € Β βγ €Β Β β²Β Β Β Β Β Β Β βοΈΒ Β Β
Β Β Λ‘αΆ¦α΅α΅Β Β Β Λ’α΅α΅α΅Β Β Β Λ’Κ°α΅Κ³α΅Β Β αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅