Mucaan fira keenyaa Qananiin baargamatti guddate tokko baadiyyaa deemnee Nyaata organic argadhe jedhee ofitti guuretu garaan isaa kuf jedhe. Sooftii waan hin qabatiniif baaluma fayyadami jedheenin nagaan adda baane. Amma kunoo "Wayyoo ..duu koo" jedheetu maraachaa jira. Maaltu akka isa argate rabbi yaa beeku.
@Qoosa430
@Qoosa430