Otuu akka ijoollummaa koo arraba dheeradhee silaa yoona fagoon jira. Xiqqaa taanee barumsa Amantaa barannee otuu ba'aa jirruu tokko Jamaa gareen taa'u keessaa "Ijoolle har'a maal barattan? Kkkkkk" jedhee nu gaafannaan "Waaqayyoo naafa fayyisuu isaa baranne" jedheen deebiseef. Hundumtuu kolfuu dhiisee ija rifaatuun na ilaalutti ka'e. Edaa namichichi naafa ture.
@Qoosa430
@Qoosa430