Moo ti vee shin😳
_
Paastariin daldalaan tokko yeroo kasaaru 'motivational speaker' ta'a. Waan dhugaa hin taane sitti himee samii sadaffaatti seera harkisa lafaa malee ol si ergee, sifannisee osoo sin buusin sokka.
Ani garuu waan dhugaa ta'e tokkon sitti hima. Samii sadaffaa irratti osoo ati hin fannifamin, waan sitti fannifamee jiruun qabeen sitti hima.
🤙 Kunoo, yeroo ammaa kana sanyiin dhiiraa baattuun (cidhaan) tokko gabaa addunyaa irratti doolaara kuma 175n gurgurama. Kana jechuun Birrii miiliyoona 18 ol ta'a jechuudha.
Kanaafuu borsaa si fayyadaa hinjirre, kan birrii miliyoona 36 baatu miila kee lamaan gidduutti baattee, jireenyatu qaala'e jettee maalif ofiis rakkattee mootummaa keenyas dhiphista?
😁Beekumsi kun gaaf tokko na ajjeesisuunsaa hin oolu!
Tesfaye Hailemariam akka barreessetti.
Afaan Oromootti kan hiike Gamachu Tsegaye Firisa ti.
@Qoosa430