Karaa irratti dargaggoonni lama wallaansoo wal qabanii otuu wal gangalchaa jiraniin qaqqabe. Maalidha waansaa jedhee yemmuun gaafadhu "jarri durattii kaastee yookaan dhooftee wal hin dhooftu wallaansoo wal qabdeetti" jedhan. Namnis dhaabbateema amma wal irraa galchan jedhee ilaala. Gidduutti inni tokko sagalee ciniinsuu qabuun "Maaloo anas qabaa isas qabaa wal goddaane" jedhee yemmuu watwaatu hunduu karaa karaa isaarra qajeele.
@Qoosa430
@Qoosa430