Niitiin takka mana yaalaa deemtee kaardii erga baafattee booda dabareen ishee geenyan seente.
Doktora:- Maali maal taate? Maal kee si dhukkuba?
Niitii:- Doktor qaamni saalaa abbaa warraa kootii garmalee guddaa waan ta'eef yeroo wal qunnamtii raawwannu laphee na tuqee na dhukkubsaa jira.
Doktara:- Akkas taanan deemitii abbaa manaa kee fidii koottu.
Niitii:- Maalif?
Doktara:- Qaama saalaa isaa gabaabsina
Niitii:- Lakki inni gonkumaa hin ta'u.
Doktara:- Maal wayyaree?
Niitii:- Laphee koo xinnoo ol naaf butaa
😂
@Qoosa430