Ganamaan waa’ee Addaamiifi Hewwaan maaliif akkan yaadadhe hin beeku. Maaltu naa gale beektaa?Waaqni Addaamiif hojii kenne; Hewwaanitti ammoo hojii kenne. Kanaafi edaa, dhiirotni gaafa wal arginu nagaa erga wal gaafatnee booda,” Akkam hojiin?”kan waliin jennu. Isa booda kan waa’ee waan biraa wal gaafatnu. Dubartootni ammoo dura,”Akkamimmoo namichi? 🙄 ”erga waliin jedhanii booda kan waa’ee waan biraa dubbatan.
😂 😬
@Qoosa430
😂 😬
@Qoosa430