😁Abbaa Manaatu Dhukkubsatee Utuu Ciisuu Dhaamsa Dhumaa H 🏠 Isaatti Dhaammachuuf Jedhe👇
#A_MANAA🧑🦱 : Kottumee As Natti Siqi Waan Sitti Himaa Lubbuun Na Keessaa Ba'uuf Waan Xiqqootu Hafee🥹
#H_MANAA🧕 : Utuu Akka Kana Si Dhukkubuu Waan Natti Himtu Hin Qabduu Afaankee Walitti Qabadhuu Ciisi😔
#A_MANAA🧑🦱 : Kanan Dubbachuuf Jedhe Dubbadheen Lubbuun Na Keessa Ba'a Malee Ani Dubbachuu Hin Dhiisu😥
#H_MANAA🧕 : Tole Erga Jettee Natti Himi🤔
#A_MANAA🧑🦱 : Obboleettiikee Wajjin Walitti Dhufeenya Hin Barbaachisnetu Nu Gidduu Ture Waan Waliin Hin Raawwatin Hin Qabnu🥴
#H_MANAA🧕 : Durayyuu Anoo Beekaam Dammako.Innati Ciistee Du'a Eeggachaa Jirtu Kun Maaloodha Jetteti Kanaaf Jedheen Dursee Summii Si Nyaachiseem An😁
😁😁
Share➬ @qoosaa_oromoo