๐Haadha Manaatu Mana Yaalaatti Yaalamtee Erga Deebitee Booda Abbaa Manaasheen Akkas Jette
Doktariin Akkas Naan Jedhe "Ji'a Tokko Qarqaraa Galaanaa,Torban Lama Biyya Keessa,Torban Tokkommoo Biyya Alaa Deemtee Yoo Bashannante Malee Ati Takkaa Hin Fayyitu" Naan Jedhe Jalqbarratti Eessa Na Geessita Dammako? Ittiin Jette๐
Abbaan Manaa Yoo Maal Jedhe Gaariidha Seetan๐
Gara Doktarii Biraattin Si Geessa Ittiin Jedhe๐
Jarattiin Harkaa Qul'aatti Nu Hambisuu Barbaaddiim Mala Hin Dhabinaa Malee Dhiiroochee๐
Shareโฌ @qoosaa_oromoo