Class-tti Ijjoolleen Dur Wajjin Barumsa Barachaa Turre Har'a Eessa Jiru?๐
1.Gara Duraa 1ffaa Irra Kan Ta'aa Turan Baankii Keessatti Miindeffamanii 10K Birr Ol Nyaachaa Jiru๐
2.Gara Gidduu Taa'aa Kan Turan Ijoolleen Shamarranii Biyya Arabaa Jiru.Ijoolleen Dhiiraa Immoo Liibiyaa Irraan Lafa Ka'aaniiru Jedhan Amma Akkasaan Ta'aan Hin Beeknu๐
3.Teessuma Isa Dhumaa Irra Taa'aa Kan Turan Immoo,YouTube Irratti Video Hojjetanii Jireenyi Darbeeraaf Kaanimmoo V8 Qabuyyuudha๐
4.Haadhumashee Kan Class Galanii Hin Barannemmoo Kunoo Biyyi Itti Kennamee Aanaatii Amma Federaalaatti Nu Bulchaa Jiru๐
5.Yerooma Barannu Sana Group'n Raastaa Wayiimmmoo Jiru Turan Kan Wal Guuranii Wal Duukaa Yaa'an Isaanimmoo TikToker Taa'aanii Followers 100K ol Qabu Nagaayyuu Nama Hin Gaafataniyaa๐Maaliif Jennaan Tiktoker dhaka
๐ฅนMalee Haadhooko Anaa Nyaatuutii Ati Yeroo Amma Kana Eessa Jirtagaa Warra Kana Keessaa๐
Shareโฌ @qoosaa_oromoo