Nagaa Akkam Jirtu Maatiiwwan Qubee Academy?
Akkuma beekamu Qubee Academy'n karaa toora 'YouTube Channel' fi 'Telegram Channel' Qubee Academy waggoottan sadan darbaniif 'Video tutorial', 'note' garagaraa fi gaaffiilee qormaataa qopheessuun barattoota Oromoo guutuu Oromiyaa irra jiraniif tola barnoota kennaa kan turee fi kennaa kan jirudha.
Egaa ammas haala fooyya'aa ta'ee fi qulqullina olaanaan gosa barnootaa hundumaa isiniif qopheessaa kan jirru fi Viidiyoowwan barnootaa harka 100 keessaa harka 90 ol xumurree kan jirru yoo ta'u barattootni Viidiyoowwan kana argachuu barbaaddan qarshii 1000 qofa kaffaluun miseensa 'Qubee Academy Premium' ta'uu dandeessu. Si'a tokko yoo kanfaltan Viidiyoowwan kana waggaa 2f itti fayyadamuu kan dandeessan yoo ta'u Viidiyoowwan kanas karaa toora Telegiraamii 'Qubee Academy Premium' isiniif kan gadhiifamu ta'uu isin beeksisaa, egaa barattoota torbee kana keessa ( 20/06 - 24/06/2017) galma'aniif hir'isa gatii dhibbantaa 20 (20%) gochuun qarshii 800 qofa kanfaluun galma'uu dandeessu.
Gosa barnootaa argattan
1. Math's Grade 11 and 12 (All Unit)
(Plus 2002 -2016 UEE)
2. Physics Grade 11 and 12( All Unit)
3. English Exam Based
4. Aptitude (SAT)
5. Biology Grade 12 (Unit 3 and 4)
6. Chemistry Grade 12 Unit 1&2
Baratoonni barachuu barbaaddan kamiyyuu qarshii 800 kaffaluutu isin irra eegama.
Lakkoofsa herregaa Baankii daldala Etiyoophiyaa (CBE): 1000222856608
Maqaa: Feyisa Hailu Esho
Irratti galii gochuun screenshot gootanii karaa @fayisa8 ergitu.
Odeeffannoo dabalataaf: 0925311351
"Dursitanii galmaa'uun fayyadamaa ta'aa, adeemsa barnootaa keessan milkeessaa."
Galatoomaa!
https://t.me/qubeeacademy