Barattoonni baay'een gaaffiiwwan garaa garaa gaafachaa turtani; isaan keessaa muraasni isaanii :
1) Telegram Premium qabaachuu qabnaa? warreen jettaniif lakki application telegram ittiin fayyadamtan kamiinuu join gochuu dandeessu.
2)Turtii hir'isa gatii taasifame nuuf dheeressaa gaaffiin jedhus kaa'eera; isa kana torbee kanaaf qofa kan itti fufu hanga 30/06/2017'tti kan isiniif dheeressinu ta'uu ibsaa guyyaa kana booda qarshii 1000'n kan itti fufu ta'a.
3)Kanfaltiin isaa olka'e nuuf hir'isaa kan jedhus baay'een keessan kaastaniittu, kana irratti warreen hin hubanne yoo jiraattan barataan al takkaa erga galmaa'ee booda waggoota lamaaf(2) kan itti fayyadamu ta'uu hubachaa akkasumas haala fooyya'aa fi qulqullina olaanaan itti fufuudhaaf kanfaltiin kun barataa hundumaa gidduu galeessa kan godhatedha. Egaa isinis dursaa hir'isa gatii taasifame fayyadamaa isiniin jenna.
Hanga 30/06/2017'tti qarshii 800 qofa!
Gosa barnootaa argattan :
1. Math's Grade 11 and 12 (All Unit)
(Plus 2002 -2016 UEE)
2. Physics Grade 11 and 12( All Unit)
3. English Exam Based
4. Aptitude (SAT)
5. Biology Grade 12 (Unit 3 and 4)
6. Chemistry Grade 12 Unit 1&2
#Har'a qofaaf
Barattoonni barachuu barbaaddan kamiyyuu qarshii 800 kaffaluutu isin irraa eegama.
Lakkoofsa herregaa Baankii daldala Itoophiyaa (CBE): 1000222856608
Maqaa: Feyisa Hailu Esho
Irratti galii gochuun screenshot gootanii karaa @fayisa8 ergitu.
Odeeffannoo dabalataaf: 0925311351
Galatoomaa!
Qubee Academy