MUUDAMEERA MIKAA'EEL
Muudameera Mikaa'eli
Kan nuun loluu kufeera saaxnaa'eeli (2)
Kan nu gargaaru muudameera Mikaa'eli(2)
Karaa keenyaa isat geggeessaa
Harkaa diinatti yoom nuun nu dhiisa
Mikaa'el jechuun isa waammanna
Araarsummaasaas nut nii amanna
Maqaan Waaqayyoo kan irra jiru
Yeroo rakkinaa kan nama furuu
Kabajni isaa akka aduu ifaa
Fayyina fidee garkeenya dhufaa
Fuuldura bala'aam inni dhaabbateera
Abaarsi darbee Eebba ta’eera
Saba Waaqayyoof inni ni dhaabbataa
Qulqulluu Mikaa'el hangafa Ergamoota
Daandii jireenyaa nutti agarsiisa
Galaanaa du’aa hiree nu ceesisaa
Mootummaa Waaqayyoof inni nu qopheessa
Mikaa'el jechuun ni waamna maqaasaa
Sher tasisaa
Muudameera Mikaa'eli
Kan nuun loluu kufeera saaxnaa'eeli (2)
Kan nu gargaaru muudameera Mikaa'eli(2)
Karaa keenyaa isat geggeessaa
Harkaa diinatti yoom nuun nu dhiisa
Mikaa'el jechuun isa waammanna
Araarsummaasaas nut nii amanna
Maqaan Waaqayyoo kan irra jiru
Yeroo rakkinaa kan nama furuu
Kabajni isaa akka aduu ifaa
Fayyina fidee garkeenya dhufaa
Fuuldura bala'aam inni dhaabbateera
Abaarsi darbee Eebba ta’eera
Saba Waaqayyoof inni ni dhaabbataa
Qulqulluu Mikaa'el hangafa Ergamoota
Daandii jireenyaa nutti agarsiisa
Galaanaa du’aa hiree nu ceesisaa
Mootummaa Waaqayyoof inni nu qopheessa
Mikaa'el jechuun ni waamna maqaasaa
Sher tasisaa