Kutaa 107๐น
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Waan_hin_qabne_akka_waan_qabnuutti_dubbachuuirra_waan_hin_qabne_argachuuf_hojjechuun_baayyee_gaariidha.
โ๏ธJireenyi gaariin kan warra yeroo hundumaa cichoominaan hojjetaniiti.
๐Jireenya keessatti wanti baayyee rakkisaan waan hin qabne akka waan qabnuutti himachuu, waan hin beekne akka waan beeknuutti dubbachuudha.
โ๏ธHundeerraa dhalli namaa jijjirrama hunda-galeessa qabaachuu kan inni danda'u, waan hin qabne gaafa dhugaan adda baasee beekudha.
โ๏ธNamni waan hin qabne beeku, waan barbaadu bareechee beeka.
โ๏ธBarbaachi keenya dhugaan waan nu barbaachisu gaafa ta'uu isaa beeknu, qalbii guutuun isa argachuuf xiyyeeffannoon yaada keenya irra keenyee hojjenna.
โ๏ธโNamni harki isaa ba'eessa godhee hojjetu in mo'a, namni harki isaa dhibaa'u garuu, garbicha namaa in ta'a;โ
โ Fak. 12:24
โ๏ธLaphee keenya guutuudhaan, hafuura dhugaa sanaan gaafa Waaqayyoon dhaggeeffannu abdii haala ol ta'een guutamna.
โ๏ธKeessa keenyaas waan baraachisaa arganna.
โ๏ธNamni hariiroo sirrii, Waaqayyo wajjin qabu, waaqasaa fi nama naannoo isaa jiru hin sobu.
โ๏ธDhugaatti ofii keenyaaf amanamoo gaafa taanu haalli rakkisaa fi cubbuun kam illee qabee karaa nu dhaabuu hin danda'u.
โ๏ธYeroo sana gara barbaachisaatti guddanna.
โ๏ธYeroo hundumaa humna dhugaa of keessaa qabuun guutamnee waan deemnuuf gararraa waan hundumaa taanee jiraanna.
๐ฅฐโGaruu warra jiraatan gidduu kan jiraatu abdii qaba; leenca du'e irra saree jiru wayya.โ
โ Lal. 9:4
โ๏ธAbdii sobaan of guutuu irra dhugaa dubbii Waaqayyoon of qajeelchuun immoo carroomuudha.
โnamni dhibaa'aan jabaatee wanta adamsu duukaa hin bu'u, namni dhimmee hojjetu garuu, wanta gati-jabeessa in argata;โ
โ Fak. 12:27
โ๏ธJireenyi gaariin, bilchinni, ogummaan, beekumsi kan baadhadhummaan Waaqayyo keessatti yoo ta'e bu'aa qabeessa nama godha.
โNamni horii jaallatu horii hin quufu, namni badhaadhummaa jaallatus isa hin quufu; kunis wanta waa'ee hin baafne dha;โ
โ Lal. 5:10
๐โWanti hamaan ani aduu jalatti arge tokko immoo, isa namni badhaadhummaa tuulee deebi'ee ittiin miidhamuu dha;โ
โ๏ธKana hundumaa keessatti ulfina isaa Waaqayyoof hin goonu yoo ta'e gatii nu jalaa dhaba

Obboleessa keessan @Sisay Yadessa
#share gochuun namoota biraan gahaa.
Baayyeen sin jaalladha๐ฅฐ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/+LRcKMB9yEK4xZGZk