Tiksee fi phaaphaasii lubbuu keenyaa 👇👇👇👇👇
♥️♥️ YESUUS♥️♥️
Inni mataan isaa akka nu cubbuuf duunee qajeelummaaf immoo jiraannuuf jedhee dhagna isaatiin cubbuu keenya fannoo irratti baate; isinis madaa isaatiin fayyitaniirtu. Isin dur akkuma hoolota karaa irraa baddanii turtan; amma garuu gara Tiksee fi Phaaphaasii lubbuu keessaniitti deebitaniirtu.
1 Phexros 2:24-25(Hiikkaa Ammayyaa banamaa haaraa) NIV
https://t.me/+LRcKMB9yEK4xZGZk
Na argachuuf👉@sisay_Yadessa